CPA jechuun jecha gabaajeeti. Yoo ibsamu “cost per Action” jechuudha. Kana jechuun ajaja agarsiistu keenyatin Namni tokko odeeffannoo nurraa argatu agarsistu keenya erga cuqaase(tuqee) booda kanneen akka galma’uu(Register), dookumanti buufachuu (download) tuquun daawwachu fi k.k.f. rawwateen booda kaffaltin keenya Eenyummeessa nuti CPA irraa qabnutti kaffalama deema. Gaafa kana jennu gosoota gurgurtaa CPA nuti hojjanutti kaffalttin keenya kaffalamaa deema.
▪︎Adwork media
▪︎DMSAffiliate
▪︎ MY lead
▪︎Maxbounty
▪︎Adcombo
▪︎ CPArip
▪︎Los Polls dha.
kanneen broos ni jiru. Kanaaf cimdiwwan gurguddoo Bara kanaa keessa fakkeennya tokkoo filannee sarara irraa ( online) hojjannee argachuu dandeenya. Akkata itti hojjannuufi maloota barbaachisoo ta’an hubannee yoo cimdiiwwan CPA ( CPA Network) kanneen keessaa yoo hojjanne galii dhuma hin qabne guyyaadha guyyatti argachuu kan dandeenyuudha. Kanaaf akkaata nuti CPA kana irratti hojjannu baay’ee salphaa kan ta’eedha.
Gurgurtaa CPA irratti Akkamiin galii Arganna?
wantoonni dursa beekuuf nu barbaachisan.
• gurgurtaa CPA (CPA marketing) gaari kan ta’e argannee ” join” gochuudhan. Kuni steep duraati. CPA gosoota heddutu jiru. Baay’ee osoo nama hin dhamaasin click tokko qofaan waan hawaasaf dabarsuu feenu tokko karaa Emial fi midiyaa hawaasatin erga erginee booda kan nuuf kaffaln filachuudha.
• dhiheessii. Gaari ta’e barbaannee beeksisu/guddisuudha. Kana jechuun waan hawwataa ta’e tokko Kara Emial fi miidiyaa hawaasatin yeroo erginu namni akka jaalatu taasisa.
• Traffic bilisaa ta’e Argachudha. Kan irratti ibsa jiru ni hubanna.
Traffic kanneen jedhaman Oomisha fi agarsiistu nuti dhiheessi sana fuune Akkata hawaasni Addunyaa arguuf midiyaa hawaasa fi karaa Emial erginu yoo ta’u midiyaa hawaasa fi Emial kan “Traffic” jennee fudhanna.
Traffic dhan dhiheessi keenya Beeksisuu.
fakkeenyaaf gosoota CPA keessa haalan gaari kan ta’e Maxbounty haa fudhannuu website Maxbounty kana irratti galmoofne Account keenya baafanna. Sana booda achirraa traffic keenya Kara Email Namootaf ergina. Dursa waan namootaf erguu qabnu dursinee beeku fi akkasuma yeroo karaa Email kana namaaf erginu waan hawwataa ta’e barruu gabaaba faana qopheessine Agarsiistu keenya itti hidhuudhan raabsina. Fakkeenaya kana hunadhaa. Kallattidhan Account keessa Maxbounty yeroo seentan gara traffic type deemtu. Achi keessa Email haa filannuu kan jedhu box keessa jira cuqaasne duwwaa erga goone kan Email qofa mallattoo “✔” kanaan dhiisna.
sana booda gara category keessa survey kan jedhamu haa filannuu. Toora survey keessa kan karaa Email erguu barbaanne sana agarsiistu(link) koppi (copy) goone fudhannee baana. Sana booda Email hanga nama 500 al tokko salphatti Kara Email keenyan kallattiman erguu dandeenya.
asirratti Email keenya irraan kallattidhaan namoota hedduuf gaafa erguu feenu nama 500 ol Al takkan erguu ni dandeenya. Agarsiistun nuti survey irraa fudhanne sun kaffalti salphatti doolara 200 arganne jechuudha. Sana ol Argachuunis ni danda’ma.
Traffic akkamitti Tolfachuu dandeenya.
Email yoo barbaanne dursa gosoota gaafachuudha. Kan ammoo bakki irraa argannu salphatti ni jira. Google Chrome dhimma baane guyyatti Email Kuma shantamaa ol walitti qabannee oolu dandeenya. Yoo hin dandeenye garuu Email list bakka irraa bitamu ni jira. Keessuma kan hawaasa US fi Canada list Email hamma baay’inna mil. 10ti.
Garee Facebook Uumu.
garee Facebook uumne garee sana keessatti Agarsiistu keenya feene Namoota hedduu biraan geenye salphatti kan galii Argannuudha.
hubachiisaf garuu CPA kan available ta’e yeroo hedduu biyya US fi Canada keessa. Email fi Facebook garuu biyyoota kanaa Argachuuf baay’ee salphaadha. Garee Facebook (online Earning money USA) jennee yoo barbaanne salphatti garee hedduu kan USA Argannee booda garee sanatti yeroodha yerootti

0 Comments